Gaaffiin kee “Da’imni tokko guyyaatti yeroo meeqa nyaachuu qaba?” jedhu yoo ta’e, umurii irratti hundaa’a:👶 Daa’ima xiqqaa (0–6 ji’a)Harma qofa yoo ta’e: yeroo hedduu fedhan (sa’aatii 2–3 keessatti al tokko ykn guyyaatti 8–12)🍼 6–12 ji’aHarma + nyaata dabalataaGuyyaatti 3 yeroo nyaata + 1–2 snack🧒 1–3 waggaaGuyyaatti 3 yeroo nyaata ijoo + 2 snack👦 4 waggaa fi isaa olGuyyaatti 3 yeroo nyaata ijoo + 1–2 snackMurteessaan:✅ Nyaata madaalawaa haa ta’u✅ Bishaan gahaa haa dhugu✅ Daa’imni yoo be...
Wantoota sal-qunnamtiif Namaa kakaasuu********************************?***Namni tokko sal-qunnamtiif kaka’uuf wantoonni hedduun sababaa taʼu. Fakkeenyaaf:Jaalala fi hawwii qaamaa – nama tokko irraa hawwii arguu https://t.me/trd4dfy6Haasa’a miidhagaa fi qunnamtii gaarii – jechoota jaalalaa, taphannaaTuqaa qaamaa – harka qabuu, hammachuu, dhungachuuArguu/uffata namaa – bareedina, uffata nama kakaasuYaadannoo fi fantasy – waan sammuu keessatti yaadanHaala miiraa – gammachuu, boqonnaa, walitti dhi...
🤰Waa'ee Ulfaa Kana Beektuu Laata?💁▪️Sochiin mucaa gadameessa keessaa erga ulfaa'amee ji'a 4-5 eegala garuu dhagahu dhabuu dandeessa.▪️Mucaan garaa keessa jiru guyyaatti yoo xiqqaate si'a 12 socho'a.▪️Dubartiin tokko yeroo ulfaa ulfaatinni ishii Kg 11-16 tin dabala.▪️Dubartiin tokko erga deessee booda walqunnamtii saalaa jalqabuuf yoo xiqqaate torbee 6 akka turtu gorfama ▪️Dubartiin takka erga desseen booda yoo harma hoosisuu baatte, torban 4-6 keessatti ulfa'uu dandeessi.▪️Harma hossisuun u...
#Faayidaa_Timaatimaa❤ *********1. Timaatimni tokkichi vit C haga guyyaa tokkotti nu barbaachisu keessaa 40% nuuf kennuu danda'a.2. Keemikaalli lycopene jedhamu kan halluu diimaa timaatimaaf kennu fayyummaa onnee keenyaaf ni gargaara.3. Agartuu/qaroo ijaa hedduu cimsa, dhukkuboota ijaa tokko tokkos carraa nama qabuu isaanii ni hir'isa.4. Gogiinsa garaa namoota qabaniif fiber hedduu waan of keessaa qabuuf ni gargaara.5. Namoota dhukkuba sukkaaraa isa gosa lammaaffaa (type 2 diabetes mellitus) qab...
This site was designed with Websites.co.in - Website Builder
This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.
We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!
Have a great day!
Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support