X

By Fayyummaa matii
Thu, 21-May-2026, 02:19

Tags:

health education

#Faayidaa_Timaatimaa❤

 *********
1. Timaatimni tokkichi vit C haga guyyaa tokkotti nu barbaachisu keessaa 40% nuuf kennuu danda'a.

2. Keemikaalli lycopene jedhamu kan halluu diimaa timaatimaaf kennu fayyummaa onnee keenyaaf ni gargaara.

3. Agartuu/qaroo ijaa hedduu cimsa, dhukkuboota ijaa tokko tokkos carraa nama qabuu isaanii ni hir'isa.

4. Gogiinsa garaa namoota qabaniif fiber hedduu waan of keessaa qabuuf ni gargaara.

5. Namoota dhukkuba sukkaaraa isa gosa lammaaffaa (type 2 diabetes mellitus) qabaniif sukkaara isaanii to'achuuf ga'ee qaba.

6. Gogaan keenya fayyaa akka qabaatuuf dafee akka hin suntuurre gargaara. Kanaafis keemikaalli lycopene jedhamu sanatu fayyada. Keessuuma yoo bilcheessanii nyaatan keemikaalli lycopene jedhamu kun sirriitti argama.
👇👇
https://t.me/naf37fspainbv
https://t.me/naf37fspainbv

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support